GamesQormaataa fi Leenjii Konkolaac
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac - Screenshot 1
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac - Screenshot 2
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac - Screenshot 3
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac - Screenshot 4

Game overview

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii.

Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

Developer
Ethiomapps
Update date
Feb 28, 2021
Release date
Feb 18, 2020
Price
Free

Developer

More games by Ethiomapps
Accept cookies from Skich on this browser?

Skich uses cookies and similar technologies to provide, improve, secure and analyse our services. By clicking "Accept All", you agree to let us use our own and third party cookies according to Cookies Policy.