Spielüberblick
Software kun yaadannoo Artist keenya kabajamaa Haacaluu Hundessaf kalaqameedha.
Game kana keessas suuraa hacalu lamatu jira. Ega ilaaltanii suuraa isaa laman keessa tokko filadhu, sanbooda suuran sun randomly ciccitee isinitti mullata. Isa ciccitee dhufe walitti fidaati suuraa jalqaba argitan sana uumaa. Yoo sirritti walitti qunnamsiistan akka mootan software ofiisan isinitti hima.
Entwickler
Gaddisa Olani GanfureAktualisierungsdatum
Sep. 25, 2020Veröffentlichungsdatum
Sep. 25, 2020Preis
KostenlosEntwickler
Mehr Spiele von Gaddisa Olani Ganfure